Hiikkaa Sooftiweerii
Hiikkaa Sooftiweerii (Software)Softiweeriin Maali????πππππππππππππ
Sooftiweeriin qajeelfama, sagantaawwan (programs) fi daataa komputaraatiif wanta inni hojjechuufii akkaataas inni itti hojjetu itti hidhudha.
Gosa Sooftiweerii
✍️Sooftiweerii Sirnaa (System Software):** Haardweerii to’ata, akkasumas saaftiweerii fayyadamaa (application) biraatiif bakka hojii mijeessa.
✍️Sirna Ooperiitiingii (Operating Systems): Windows, Linux
Drayiverii (Device Drivers)
Hiiktota Afaanii (Language Translators)
πFaayidaa Biraa (Utilities): Antivirus, Disk Cleanup
✍️Sooftiweerii Fayyadamtootaa (Application Software):π Fayyadamtoonni hojiiwwan murtaa’oo akka barreessuu, herreguu, fakkii kaasuu fi kf. akka hojjetaniif gargaara.
✍️Gulaaltota Qubee (Word Processors): MS Word
πIspeedshiitii (Spreadsheets):** MS Excel
πMullisa/Dhiheessii (Presentations):** MS PowerPoint
πTajaajila Weebii (Web Browsers):** Chrome, Firefox
✍️Sooftiweeriin Maal Hojjeta?
* Haardweerii to’ata
* Daataa to’ata/Gulaala
* Walqunnamtii fayyadamaa fi komputaraa (User interface) uuma
* Hojiiwwan akka hojjetaman gargaara
* Sagantaawwan kaasa/hojjechiisa
πFakkeenya Saaftiweerii Beekamoo**
* Windows
* Linux
* Chrome
* Word
* Excel
* PowerPoint
* Adobe Reader
* Antivirus
✍️Fakkeenya (Analogy)
HAARDWEERIIN QAAMA (BODY), SAAFTIWEERIIN SAMMUUDHA (BRAIN).
Barnoota Guutuu Argachuuf website:https://techafaanoromoo.blogspot.com/
Telegram:https://t.me/OroTips1
Comments