Android text size
Android irratti guddina barruu (text size) sirreessuuf tarkaanfiiwwan armaan gadii hordofi:
✍️✍️✍️✍️π✍️✍️ππππ✍️✍️✍️✍️1.Settings keessa seeni.
2.Display (ykn Ibsaa/Screen) kan jedhu cuqaasi.
3.Font size and style ykn Text size kan jedhu barbaadi itti seeni.
4. Bold font jala jirtu, barruun akka guddatu ykn xiqqatuuf madaala (slider) jiru gara mirgaatti ykn gara bitaatti harkisuun barbaadde irratti dhaabi.
#_Akkaataa kana fayyadamuun bilbila kee irratti barruun akka sitti mijatutti guddisuu ykn xiqqeessuu dandeessa
Bal'inaa barachuuf Website link kanaan seenaa https://techafaanoromoo.blogspot.com/
Telegram:https://t.me/OroTips1
Jamme Technology
Jemal Abdukerim
Comments