Raakiu Ragaa Data Center Ammayyaa
i Raakii Ragaa (Data Center) Ammayyaa! π
Ijaarsi dandeettii qabu duuba deebii qunnamtiif lafee duugdaati. Qophiin kun daangaa dhimmamaa, jijjiirraa banamaa (access switch), SD-WAN, kuusaa ragaa, viirchoowaalaayizeeshinii, sarvaroota bulchiinsaa, jijjiirraa leaf, fi raabsama humnaa bakka tokkotti caasaa sirnaawaa ta’een walitti fida.
✍️Fayarwoolii Alaa (Edge Firewall) – Daangaa marsariitii eega
✍️ Jijjiirraa Banamaa (Access Switch) – Meeshaalee xumuraa fi sarvaroota walitti connects ykn qunnamsiisa
✍️SD-WAN Gateway – Qunnamtii WAN sammuu qabu dandeessisa
✍️ Gulaala & Kuusaa Ragaa (Data Archive & Storage) – Bulchiinsa ragaa bakka tokkoo deeggara
✍️Kalaastarii Hyper-V (Hyper-V Cluster) – Qabeenya hojii viirchoowaalaa dhiyeessa
✍️ Sarvarii Bulchiinsaa (Management Server) – Bulchiinsa caasaa bakka tokkoo
✍️Jijjiirraa Leaf (Leaf Switch) – Qunnamtii fiixee ragaa saffisa ol'aanaa qabu
✍️PDU (Power Distribution Unit) – Raabsama humnaa amansiisaa fi bulchiinsa qabu
π‘ Wanta guddaa hubatamu: Qophiin rakka gaariin meeshaalee walitti qabuu qofa miti—jabeenya, dandeettii bal'achuu, raawwii, gurmaa'ina, fi amanamummaas ni dhandhama.
Barnoota Dabalataa argachuuf
Comments